KAAYYOOWWAN IJOO LEENJICHAA
Leenjii kana booda:
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa Gosoota Gubannaa Garagaraaf taasifaman ni raawwatu.
- Tarkaanfiiwwan wal’aansa gargaarsa jalqabaa Gosoota Madaa Garagaraaf taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa Ciniinnaa Bineeldootaaf akkasumas; Ilbisotaaf, Hiddaa Gabaloof (Torbaan Qabaa) fi hiddaa Bofaaf taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhukkuba hoo’insa olaanaa fi gadi-aanaa waliin wal qabatee taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa miidhawwan liqifamuuf taasifaman ni raawwatu.
BARUMSI LEENJII KANA KEESSATTI HAMMATAME
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Sababoota fi Hiikkaa Gubannaa (1:12)
- Barannoo 2: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Gubannaa Ho’aan Dhufuuf Taasifamu (2:02)
- Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Gubannaa Keemikaalaaf Godhamu (1:57)
- Barannoo 4: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Gubannaa Elektirikaaf Godhamu (1:05)
- Barannoo 5: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Gubaannaa Raadiyeeshiniif /Radiation Godhamu
- Barannoo 6: Nama Gubate Tokko Yommuu Gargaarru Waantoota Gochuu Hin Qabne
- Barannoo 7: Of eeggannoof Mala Ittisa Gubannaa Ho’aa
- Barannoo 8: Of eeggannoo fi Mala Ittisa Gubannaa Keemikaalaa
- Barannoo 9: Of Eeggannoo fi Mala Ittisa Gubannaa Elektirikaa
Available in
days
days
after you enroll
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Seensa
- Barannoo 2: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Ciniinnaa Beeladootaaf Godhamu (1:12)
- Barannoo 3: Dhukkuba Saree Maraatuu (0:58)
- Barannoo 4: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Hiddaa Ilbisootaaf Taasifamu (1:48)
- Barannoo 5: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Hiddaa Gabaloof Godhamu (1:40)
- Barannoo 6: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Hiddaa Bofaaf Godhamu (3:20)
- Barannoo 7: Nama Miidhame Yeroo Gargaarru Wantoota Gochuu Hin Qabne
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Hiikkaa fi Mallattoolee Dhukkuboota Ho’aan Walqabatan
- Barannoo 2: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Namoota Qorra Cimaan Miidhamaniif Godhamu (1:51)
- Barannoo 3: Maloota Ittisaa Hir’ina Ho’a Qaamaa
- Barannoo 4: Maalummaa Balaawwan Ho’ina Olaanaa Waliin Wal Qabatan (2:34)
- Barannoo 5: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Dhukkuboota Ho’ina Qaamaa Waliin Wal Qabataniif Godhamu (2:05)
- Barannoo 6: Dhukkuboota Ho’a Qaamaan Wal Qabatan Akkamiin Ittisuu Dandeenya?
Available in
days
days
after you enroll
Available in
days
days
after you enroll