KAAYYOOWWAN IJOO LEENJICHAA

Leenjii kana booda:

  • Wal’aansa gargaarsa jalqabaa Gosoota Gubannaa Garagaraaf taasifaman ni raawwatu.
  • Tarkaanfiiwwan wal’aansa gargaarsa jalqabaa Gosoota Madaa Garagaraaf taasifaman ni raawwatu.
  • Wal’aansa gargaarsa jalqabaa Ciniinnaa Bineeldootaaf akkasumas; Ilbisotaaf, Hiddaa Gabaloof (Torbaan Qabaa) fi hiddaa Bofaaf taasifaman ni raawwatu.
  • Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhukkuba hoo’insa olaanaa fi gadi-aanaa waliin wal qabatee taasifaman ni raawwatu.
  • Wal’aansa gargaarsa jalqabaa miidhawwan liqifamuuf taasifaman ni raawwatu.

BARUMSI LEENJII KANA KEESSATTI HAMMATAME


  KUTAA 1: BALAA GUBANNAA
Available in days
days after you enroll
  KUTAA 2: MIIDHAA MADAA’UU
Available in days
days after you enroll
  KUTAA 3: CINIINNAA YKN HIDDAA
Available in days
days after you enroll
  KUTAA 4: DHUKKUBOOTA HO’INA QAAMAA WALIIN HARIIROO QABANII FI HO’I QAAMAA GADI BU’UU
Available in days
days after you enroll
  KUTAA 5: BALAA BISHAANIIN LIQIMFAMUU
Available in days
days after you enroll
  GUDUUNFAA
Available in days
days after you enroll

Filannoo kaffaltii Kuppoonii kan qabaniif