KAAYYOOWWAN IJOO LEENJICHAA
Leenjii kana booda:
- Qajeelfamoota bu’uuraa wal’aansa gargaarsa jalqabaa ni ibsina
- Tajaajila wal’aansa gargaarsa jalqabaa yeroo kenninu qajeeltoowwanii fi dhimmoota seeraa hordofuu qabnu ni ibsina
- Caasaa fi hojii qaamolee qaamaa bu’uuraa ibsina
- Akkaataa seerota ‘C'wwan sadanitti yaala lubbuu baraaru akkamitti akka kenninu ni hubanna
- Mala gargaarsaa "ABCD" hojiirra oolchina
- Laphee dhiibuu fi afuura kennuudhaan hojii dha’annaa onnee deebisuu ni raawwanna
- Meeshaa AED jedhamu fayyadamuu shaakalla
BARUMSI LEENJII KANA KEESSATTI HAMMATAME
KUTAA 1: SEENSA WAL’AANSA GARGAARSA JALQABAA
Available in
days
days
after you enroll
- Cuqaasa
- Barannoo 1: Hiikkaa Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa
- Barannoo 2: Gahee fi Itti Gaafatamummaa Dhiyeessitoota (Kennitoota) Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa (1:17)
- Barannoo 3: Wal’aanamuuf Hayyama Kennuu (0:44)
- Barannoo 4: Dhimmoota Seeraa Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa
- Barannoo 5: Seera Itiyoophiyaatiin Gargaarsa Kennuun Dirqama Moo Mirga? (1:47)
KUTAA 2: QAAMOLEE BU’UURAA WAL’AANSA GARGAARSA JALQABAA KEESSATTI GARGAARAN
Available in
days
days
after you enroll
KUTAA 3: WAL’AANSA GARGAARSA JALQABAA SEEROTA “C” SADANIIN
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Seensa seerota "C" sadan
- Barannoo 2: "C" (Check): Qorannoo (sakkatta’uu)
- Barannoo 3: Bakka miidhaan itti qaqqabe sakkatta’uu (1:33)
- Barannoo 4: Nama miidhame qorachuu (1:04)
- Barannoo 5: "C" (Call): Waammachuu/Bilbiluu (1:05)
- Barannoo 6: "C" (Care): Gargaaruu
- Barannoo 7: "A" (Airway): Ujummoo Qilleensaa (1:16)
- Barannoo 8: "B" (Breathing): Hargansuu (1:41)
- Barannoo 9: "C" (Circulation): Marsaa dhiigaa (1:27)
- Barannoo 10: "D" (Disability): Dammaqiinsa Sammuu (1:09)
- Barannoo 11: Seerotni "C" sadan duraa duuban yeroo rawwataman (0:29)
- Boqonnaa Gababaa Booda Walitti Deebina (Booharaa)
KUTAA 4: WAL’AANSOTA GARGAARSA JALQABAA DHAABBACHUU ONNEEF TAASIFAMU
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Miidhamaa Baraaruuf Duraa Duubota Eegamuu Qaban
- Barannoo 2: Dhaabbachuu Onnee Beekanii Ambulaansiif Waamicha Taasisuu (1:55)
- Barannoo 3: CPR Hojjechuuf Duraa Duubota Dandeessisan (2:54)
- Barannoo 4: Qajeeltoowwan Bu’uuraa CPR Qulqullina Qabuu (2:06)
- Barannoo 5: CPR Haadholii Ulfaa fi Daa’immaniif (3:48)
- Barannoo 6: Laphee qofa gadi dhiibuun CPR hojiirra oolchuu
- Barannoo 7: CPR Yoom Dhaabbachuu Qaba?
- Barannoo 8: Maalummaa fi Barbaachisummaa Meeshaa AED
- Barannoo 9: AED Fayyadamuuf Duraa Duubota Hordofuu Qabnu (2:07)
- Barannoo 10: Of Eeggannoowwan Yeroo AED Fayyadamnu Godhanuu Qabnu
- Barannoo 11: AED Daa’immaniif (1:45)
- Barannoo 12: Gara Cinaachaati Cibsuu Yoomii fi Akkamitti Haa Fayyadamnu? (1:17)
GUDUUNFAA
Available in
days
days
after you enroll