KAAYYOOWWAN IJOO LEENJICHAA
Leenjii kana booda:
- Cufamuu ujummoo qilleensaa tarkaanfiiwwan wal’aansa gargaarsa jalqabaa lubbuu baraaru hojiirra oolchina
- Rakkoo hafuura baafannaatiif tarkaanfiiwwan wal’aansa gargaarsa jalqabaa lubbuu baraaru hojiirra oolchina
- Tooftaalee dhangal’iinsa dhiigaa ittin dhaabnu ni raawwanna
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa of wallaaluuf hojiirra ni oolchina.
- Rifannaa (shookii) dhaaf wal’aansa gargaarsa jalqabaa kennamu hojiirra ni oolchina
- Qajeelfama fi mala eegumsa madaallii qaamaa miidhamaa sochoosuuf hordofuu qabnu hojiirra oolchina
- Maalummaa fi itti fayyadama meeshaa (saanduqa) wal’aansa gargaarsa jalqabaa ni hubanna.
BARUMSI LEENJII KANA KEESSATTI HAMMATAME
Available in
days
days
after you enroll
- Cuqaasa
- Barannoo 1: Mallattoolee Cufamuu Ujummoo Qilleensaa
- Barannoo 2: Sababoota Cufamuu Ujummoo Qilleensaa
- Barannoo 3: Cufamuu Ujummoo Qilleensaa Anatoomikalii (0:35)
- Barannoo 4: Adda Dhiibuu Fi Areeda Ol Qabuu (Qajeelchuu)
- Barannoo 5: Mangaagaa Harkisuu
- Barannoo 6: Fe’amuun Ga’eessota Yeroo Mudatu
- Barannoo 7: Garaa Dhiibuu (2:34)
- Barannoo 8: Dugda Rurrukutuu (0:47)
- Barannoo 9: Fe’amuu Warra Waggaa Tokkoo Ol Ta’an Yeroo Mudatu (0:20)
- Barannoo 10: Fe’amuu Daa’immota Reefuu (Dhiyootti) Dhalatan Yeroo Mudatu (2:01)
- Barannoo 11: Fe’amuu Kophaa Keenya Taanee Yeroo Nu Mudatu
- Barannoo 12: Sababa Fe’amuutiin Miidhamaan Yoo Of Wallaale
- Barannoo 13: Ujummoo Qilleensaa Akka hin Cufamneef of Eeggannoowwan Taasifaman
- Barannoo 14: Tooftaalee Gargaarsaa Amaleeffatamoo Fe’amuuf Hin Gorfamne
- Barannoo 15: Dhangala’oo Qaamaatiin Ujummoon Qilleensaa Akka Hin Cufamne Gargaarsa Taasifamuu Qabu (0:46)
- Barannoo 16: Gargaarsa Nama Hudhameef Kennamu (1:09)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Mallattoolee hafuura baafachuuf rakkachuu fi harganuu dhaabuu
- Barannoo 2: Harganuu kan dadhabeef gargaarsa kennamu
- Barannoo 3: Tooftaa Hafuura Baafannaa Kennuu Nam-tolchee (1:54)
- Barannoo 4: Dhimmoota yeroo hafuura baafannaa nam-tolchee kenninu yaadachuu qabnu (1:59)
- Boqonnaa Gababaa Booda Walitti Deebina (Booharaa)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Gosoota Dhangala’iinsa Dhiigaa (1:10)
- Barannoo 2: Dhiiga Yeroo Dhaabnu Wantoota Tilmaama Keessa Galchuu Qabnu (1:43)
- Barannoo 3: Madaa Sana Kallattiin Qabuu Fi Ol Fannisuu (2:48)
- Barannoo 4: Mala Ujummoo Dhiigaa Hidhuun Cufuu (2:44)
- Barannoo 5: Funuuna (1:46)
- Barannoo 6: Sammuu Keessa Dhiigni Dhangala’uu
- Barannoo 7: Dhiiguu Ilkaanii fi Foon Ilkaanii
- Barannoo 8: Dhiiga Ija Keessaa Bahu
- Barannoo 9: Dhukkubbii Deebi'ee Namatti Dhaga'amuu Ittisuu
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Miidhamaa Sochosuuf Sababoota Dirqisisoo (1:33)
- Barannoo 2: Qajeelfamoota Yeroo Miidhamtoota Sochoosan Hordofuu Qabnu (1:33)
- Barannoo 3: Tooftaalee Madaallii Qaamaa Ittin Eegan (1:07)
- Barannoo 4: Karaalee Miidhamaa Ittiin Sochoosnu (1:06)
- Barannoo 5: Faayer Maan Keerii (0:40)
- Barannoo 6: Gargaarsa Deemsa Miilaa
- Barannoo 7: Miidhamticha Harka Irra Teessisuun Geessuu
- Barannoo 8: Uffata Miidhamtichaan Harkisuu (0:45)
- Barannoo 9: Uffata Qorraan Harkisuu (1:32)
- Barannoo 10: Tooftaa Nama morma ykn dugda miidhame sochoosuuf Gargaaru (2:26)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Maalummaa fi Barbaachisummaa Saanduqa Kenniinsa Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa
- Barannoo 2: Saanduqa Kenniinsa Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Bu’uuraa Keessa Maal Maaltu Argamaa?
- Barannoo 3: Meeshaalee Biroo Saanduqa Kanatti Dabalamuu Danda’an
- Barannoo 4: Dhimmoota Yeroo Saanduqa Kana Fayyadamnu Dagachuu Hin Qabne
- Barannoo 5: Bakkeewwan Saanduqni Kun Hin Jirre Meeshaawwan Keessa Isaatti Argaman Maalin Bakka Haa Buufnu?
Available in
days
days
after you enroll