KAAYYOOWWAN IJOO LEENJICHAA
Leenjii kana booda:
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa gosoota summii garagaraaf taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhukkuba gaggabdoof kennamu ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa asmiin ukkaamfamuuf taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa maloota hanga sukkaara dhiiga keessaa hir’isuu ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa tooftaalee alarjii ol-aanaaf deebii kennamu ni raawwatu.
BARUMSI LEENJII KANA KEESSATTI HAMMATAME
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Sababoota Miidhaa Mataa fi Lafee Dugdaa (1:00)
- Barannoo 2: Mallattoolee agarsiistota miidhaa mataa
- Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Mataatiif Godhamu (2:05)
- Barannoo 4: Mallattoolee Agarsiistoota Lafee Dugdaa
- Barannoo 5: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Lafee Dugdaaf Godhamu (1:57)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Sababoota Miidhaa Laphee
- Barannoo 2: Mallattoolee Miidhaa Laphee
- Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Waliigalaa Miidhaawwan Lapheerratti Qaqqabaniif Taasifamu (1:18)
- Barannoo 4: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Laphee Wantoota Qara Qabaniin Waraanamee Irratti Hafeen Dhufuuf Taasifamu (2:17)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Sababoota Miidhaa Mi’a Garaa
- Barannoo 2: Mallattoolee Miidhaa Mi’a Garaa
- Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Mi’a Garaaf Godhamu (1:53)
- Barannoo 4: Mar’umaan Gadi Ba’eef Wal’aansa Gargaarsa Jalqaba Taasifamu (2:19)
- Barannoo 5: Sababa miidhaatiin mar’ummaan yeroo gara alaatti ba’u wantoota gochuu hin qabne
- Boqonnaa Gabaabaan Booda Ni Deebina! (Boohaaraa)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Sababootaa fi Mallattoolee Miidhaa Maashaalee fi Lafee
- Barannoo 2: Gosoota Miidhaa Maashaalee fi Lafee (1:36)
- Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaawwan Lafee, Irree fi Warshalliif (Walqabsiistoota)/Ribuuf/ Kennamu (5:24)
- Barannoo 4: Bakkeewwan Irree fi Warshallii (Walqabsiistota) /Ribuu Miidhaman Deeggaruu (3:14)
- Barannoo 5: Akkaataa Itti Fayyadamiinsa Baandaajii Roga Sadii (1:00)
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Sababootaa Miidhaa Ijaa
- Barannoo 2: Mallattoolee Wanti Ormaa (Keessummaan) Ijaa Keessa Yeroo Lixu
- Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Wanta Alagaa Ija Keessaa Baasuuf Kennamu (1:10)
- Barannoo 4: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Biifamuu Keemikaalaaf Kennamu (2:22)
- Barannoo 5: Sababootaa fi Mallattoolee Gubannaa Ijaa Sababa Balaqqee Ijaan Uumamu (0:59)
- Barannoo 6: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Balaqqee Ijaaf Taasifamu
- Barannoo 7: Sababootaa fi Mallattoolee Miidhaa Ijaa Sababa Rukkunnaatiin Dhufu
- Barannoo 8: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Ijaa Sababa Rukkunnaatiin Dhufuuf Taasifamuu
- Barannoo 9: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Qola Ijaa Baqaqeef Godhamu
- Barannoo 10: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Ija Irratti Wanti Alagaa Yeroo Qabatu (Waraanamu) Taasifamu (1:38)
- Barannoo 11: Miidhama Ijaa Gargaaruuf Jecha Wantoota Gochuu Hin Qabne
Available in
days
days
after you enroll