Autoplay
Autocomplete
Previous Lesson
Complete and Continue
WAL’AANSA GARGAARSA JALQABAA DHUKKUBOOTA HATTATTAMAAF KENNAMU - LAKK 1
KUTAA 1: MATAA FI LAFEE DUGDAA
Barannoo 1: Sababoota Miidhaa Mataa fi Lafee Dugdaa (1:00)
Barannoo 2: Mallattoolee agarsiistota miidhaa mataa
Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Mataatiif Godhamu (2:05)
Barannoo 4: Mallattoolee Agarsiistoota Lafee Dugdaa
Barannoo 5: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Lafee Dugdaaf Godhamu (1:57)
KUTAA 2: MIIDHAA LAPHEE
Barannoo 1: Sababoota Miidhaa Laphee
Barannoo 2: Mallattoolee Miidhaa Laphee
Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Waliigalaa Miidhaawwan Lapheerratti Qaqqabaniif Taasifamu (1:18)
Barannoo 4: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Laphee Wantoota Qara Qabaniin Waraanamee Irratti Hafeen Dhufuuf Taasifamu (2:17)
KUTAA 3: MIIDHAA MI’A GARAA
Barannoo 1: Sababoota Miidhaa Mi’a Garaa
Barannoo 2: Mallattoolee Miidhaa Mi’a Garaa
Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Mi’a Garaaf Godhamu (1:53)
Barannoo 4: Mar’umaan Gadi Ba’eef Wal’aansa Gargaarsa Jalqaba Taasifamu (2:19)
Barannoo 5: Sababa miidhaatiin mar’ummaan yeroo gara alaatti ba’u wantoota gochuu hin qabne
Boqonnaa Gabaabaan Booda Ni Deebina! (Boohaaraa)
KUTAA 4: MIIDHAA MAASHAALEE FI LAFEE
Barannoo 1: Sababootaa fi Mallattoolee Miidhaa Maashaalee fi Lafee
Barannoo 2: Gosoota Miidhaa Maashaalee fi Lafee (1:36)
Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaawwan Lafee, Irree fi Warshalliif (Walqabsiistoota)/Ribuuf/ Kennamu (5:24)
Barannoo 4: Bakkeewwan Irree fi Warshallii (Walqabsiistota) /Ribuu Miidhaman Deeggaruu (3:14)
Barannoo 5: Akkaataa Itti Fayyadamiinsa Baandaajii Roga Sadii (1:00)
KUTAA 5: MIIDHAA IJAA
Barannoo 1: Sababootaa Miidhaa Ijaa
Barannoo 2: Mallattoolee Wanti Ormaa (Keessummaan) Ijaa Keessa Yeroo Lixu
Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Wanta Alagaa Ija Keessaa Baasuuf Kennamu (1:10)
Barannoo 4: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Biifamuu Keemikaalaaf Kennamu (2:22)
Barannoo 5: Sababootaa fi Mallattoolee Gubannaa Ijaa Sababa Balaqqee Ijaan Uumamu (0:59)
Barannoo 6: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Balaqqee Ijaaf Taasifamu
Barannoo 7: Sababootaa fi Mallattoolee Miidhaa Ijaa Sababa Rukkunnaatiin Dhufu
Barannoo 8: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Miidhaa Ijaa Sababa Rukkunnaatiin Dhufuuf Taasifamuu
Barannoo 9: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Qola Ijaa Baqaqeef Godhamu
Barannoo 10: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Ija Irratti Wanti Alagaa Yeroo Qabatu (Waraanamu) Taasifamu (1:38)
Barannoo 11: Miidhama Ijaa Gargaaruuf Jecha Wantoota Gochuu Hin Qabne
GUDUUNFAA
Gaaffii leenjii kanaan walqabatu gaafachuu yoo barbaaddan kallattiin leenjistoota qunnamaa!
Barannoo 2: Gosoota Miidhaa Maashaalee fi Lafee
Lesson content locked
If you're already enrolled,
you'll need to login
.
Enroll in Course to Unlock