Autoplay
Autocomplete
Previous Lesson
Complete and Continue
WAL’AANSA GARGAARSA JALQABAA DHUKKUBOOTA HATTATTAMAAF KENNAMU - LAKK 1
KUTAA 1: GAGGABDOO/KIRKIRUU
Barannoo 1: Maalummaa gaggabdoo/kirkiruu fi Sababoota isaa beekamoo
Barannoo 2: Mallattoolee gaggabdoo fi mallattoo of eeggannoo
Barannoo 3: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa gaggabdoof taasifamu (2:04) (2:09)
Barannoo 4: Gaggabdoo duraa fi booda dhimmoota ilaalcha keessa galuu qaban (1:35)
Barannoo 5: Karaalee gargaarsaa sirrii hin taane barteedhaan taasifaman
KUTAA 2: SUMMAA’UU
Barannoo 1: Maalummaa fi Mallattoolee Balaa Summaa’uu (0:52)
Barannoo 2: Sababoota Summaa’uu
Barannoo 3: Daandiilee summiin gara qaamolee hargansuu seenu
Barannoo 4: Summiiwwan gara qaamolee hargansuu seenanif wal’aansa gargaarsa jalqabaa taasifamu (2:26)
Barannoo 5: Wal’aansa gargaarsaa jalqabaa summii gara afaanin liqimsameef taasifamu (2:32)
Barannoo 6: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhugaatii alkooliin summaa’uuf taasifamuu (1:07)
Barannoo 7: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa summii karaa gogaa keenyaan galuuf taasifamuu (2:08)
Barannoo 8: Qajeelfamota balaawwan summa’uuf hordofuu qabnu (1:29)
Barannoo 9: Maloota ittisa summii (2:06)
Barannoo 10: Tooftaawwan gargaarsaa baratamoo miidhamtoota summiitif hin gorfamne
KUTAA 3: ASMIIN UKKAAMFAMUU
Barannoo 1: Hiikkaa weerara/ukkaamsa asmii
Barannoo 2: Mallattoolee dhukkuba asmii cimaa
Barannoo 3: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhukkuba asmiif taasifamu (2:21)
Barannoo 4: Akkaataa itti fayyadama Inhalerii (0:46)
Barannoo 5: Sababa miidhaatiin mar’ummaan yeroo gara alaatti ba’u wantoota gochuu hin qabne
KUTAA 4: SADARKAAN SUKKAARA DHIIGAA GADI BU’UU
Barannoo 1: Maalummaa fi sababoota hammi sukkaara dhiigaa keessaa gadi bu’uu
Barannoo 2: Mallattoollee gadi bu’uu sukkaara dhiigaa
Barannoo 3: Wal’aansa Gargaarsa Jalqabaa Sukkaara Dhiigaa Gadi Bu’aaf (1:19)
Barannoo 4: Tooftaalee ittisa rakkoo sukkaara dhiigaa gadi bu’aa
KUTAA 5: DEEBII ALARJII CIMAA/ ULFAATAA
Barannoo 1: Hiikkaa fi Sababoota Alarjii Cimaa (0:42)
Barannoo 2: Mallattoolee Alarjii Garmalee Cimaa (1:05)
Barannoo 3: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa alarjii garmalee cimaa ta’eef taasifaman (1:44)
GUDUUNFAA
Gaaffii leenjii kanaan walqabatu gaafachuu yoo barbaaddan kallattiin leenjistoota qunnamaa!
Barannoo 2: Mallattoollee gadi bu’uu sukkaara dhiigaa
Lesson content locked
If you're already enrolled,
you'll need to login
.
Enroll in Course to Unlock